6 Gumiini garaa tokooni waan Filiponi jed'e ch'aqafte, waan mama ka inni tolche d'ageete argite.
Waaqileeni worra Yudale qarqaare, worra ch'ufa garaa takaa tolche, aka worri fed'i isaa gula yae jecha jaaroleetifi ka hayyu guutu.
Sabato lameeso, nami dira suni, take take male, ch'ufti woltiwoldae aka dubbi Aabbo d'agayu.
Jennaani Simonileeni d'ugefate; eegi batifame, Filipo gula deeme, waan mamiisatiifi akheekha inni tolche arginaani guddo mame.
Jennaani Filiponi gara dira Samaria d'aqe waan Kristo worrati hasae.
Jinniini hamtuuni qonqo olfud'atte iyite nama heddu keesaa yaate; nami hedduuni ka kokotaefi ka naafate fayye.