Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Huji Ergattu 8:19 - KITAABA WAAQA

19 waan jed'e, Humna tana nale kenna, aka nami anini harka ira kayu Lubbu Qulqullo argatu.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Huji Ergattu 8:19
9 Iomraidhean Croise  

Isani akami dandeetani d'ugefattani, ka guddinna wolira argattani, ammalle guddinna Waaqa tokocha iraa d'ufu barbaadu diddani?


Petrofi Yohanani harka isaani worra ira keennaani Lubbu Qulqullo argatani.


Simonini aka eegi ergattuuni harka worra ira keete Lubbu Qulqullo argatani arginaani, hori worraa kennu fed'e


Ammo Petroni waan isaani jed'e, Hori kanke woliini bada, waan atini kenna Waaqa waan horiini bitatu seetefi.


Anini tatabe diqo toko gara gumi t'aafe; ammo namichi Diotrefe jed'ani, ka gudda worraa tahu fed'u, dubbi tiyya womatu indarre.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan