1 Jennaani Qaallichi Guddaani, Dubbini tunini d'uga? jed'e gaafate.
Nami kora keesa jiru ch'ufti ila Stefanoti qabe, fuula isaa ka aka fuula malaika fakaatu argani.
Stefanoni waan worraani jed'e, Oboleyaanifi abbooti tiyya, me ch'aqasa! Waaqi Guddaani abba keenna Abrahamuti mullate, gaafa inni Mesopotamia keesa tau, ato inni lafa Haraniti ingodaaniini.