Huji Ergattu 4:2 - KITAABA WAAQA2 Duuba Waan Petrofi Yohanani maro kaisa Yesotiifi, Nami due inkaa jed'ani barsiisaniifi, Faic an caibideil |
Jari woi beekhu toko, ka Epikureofi Stoiko jed'ani, isaani dubbi morme. Nami gari waan jed'e, Namichi daallichi kunini maani jechu jira? Ammo ka gari waan jed'e, Inni nama waan waaqoota ka nami imbeenne hasau jiru fakaata. Wonti worri akana jed'eefi waan Pauloni waan Yesotiifi waan kaisa isaa worrati hasaeefi.