4 Petrofi Yohanani isa sonaani ilaalani waan jed'aniini, Nu ilaali!
Yesoni kitaaba ch'umnaani nama eeguti kenne tae. Nami ch'ufti ka Mana Waaqa kaani keesa jiru ila isati qabe isa ilaale.
Yesoni waan jed'eeni, Anini, Yo ati d'ugefatte, guddinna Waaqa inagarta siini injenne?
Yesoni isa arge, aka inni guyya heddu achi ch'iise beennaani, Fayyu feeta? jed'e gaafate.
Inni isi arginaani rifate waan jed'eeni, Maal, Aabbo? Isiini waan jetteeni, Kad'acha teetiifi waan atini maro Waaqatiifi namaa kennitu ya fuula Waaqa durati si qaabatani.
Aka dansa keesa ilaalani, bineensa miila afuritifi bineensa alatiifi bineensa lafa ira lohufi allaati arge.
Guyya toko Petrofi Yohanani saatiini kad'achaa geennaani qit'e saa sagali Mana Waaqa woliini d'aqani.
Ato namichi kaani Petrofi Yohana qabate olch'ech'eu, nami ch'ufti mame balbala Solomoni jed'aniti wolwoldae.
Petroni waan kana arginaani waan biyyaani jed'e, Worra Israeli, maafi waan kana mamtani sonaani nu ilaaltani, aka waan nu jabeenna keennaani yokhaani qulqullooma keennaani nama kana fayyimne?
Inni Petrofi Yohana Mana Waaqa seenani arginaani woi kad'ate.
Inni aka woi ira argatu worra ilaale.