Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Huji Ergattu 3:3 - KITAABA WAAQA

3 Inni Petrofi Yohana Mana Waaqa seenani arginaani woi kad'ate.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Huji Ergattu 3:3
4 Iomraidhean Croise  

Yesoni Petrofi Yohana erge waan jed'eeni, Beena, sagale Pasaka nu mid'aasa aka nuleeni nyaannu.


Guyya toko Petrofi Yohanani saatiini kad'achaa geennaani qit'e saa sagali Mana Waaqa woliini d'aqani.


Ato namichi kaani Petrofi Yohana qabate olch'ech'eu, nami ch'ufti mame balbala Solomoni jed'aniti wolwoldae.


Petrofi Yohanani isa sonaani ilaalani waan jed'aniini, Nu ilaali!


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan