Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Huji Ergattu 3:11 - KITAABA WAAQA

11 Ato namichi kaani Petrofi Yohana qabate olch'ech'eu, nami ch'ufti mame balbala Solomoni jed'aniti wolwoldae.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Huji Ergattu 3:11
9 Iomraidhean Croise  

Atini maanifi maqa AABBO Waaqatini, mani kunini akuma Shilo tae, diri kunileeni nama d'abe bade ona taha jetta? Jennaani gumiini ch'ufti na marsite.


Yesoni Petrofi Yohana erge waan jed'eeni, Beena, sagale Pasaka nu mid'aasa aka nuleeni nyaannu.


Namichi kaani, ka jinniini keesaa baate, aka isa gula deemu kad'ate, ammo inni ufi jalaa deebise waan jed'eeni,


Yesoni Mana Waaqa keesa fulla ch'icha Solomoni deemu jira.


Qonqo tana d'ageennaani biyyiti guddo mamte wolti baate, nami ch'ufti ergattu afaani worraa dubbattu d'agaye.


Petroni waan kana arginaani waan biyyaani jed'e, Worra Israeli, maafi waan kana mamtani sonaani nu ilaaltani, aka waan nu jabeenna keennaani yokhaani qulqullooma keennaani nama kana fayyimne?


Inni Petrofi Yohana Mana Waaqa seenani arginaani woi kad'ate.


Petrofi Yohanani isa sonaani ilaalani waan jed'aniini, Nu ilaali!


Harki ergattu akheekhafi waan mama heddu gumi keesati tolche. Worri ch'ufti garaa tokooni balbala Solomoni jed'aniti wolwoldae.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan