Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Huji Ergattu 3:10 - KITAABA WAAQA

10 aka inni nama balbala Mana Waaqa ta Mid'aadu jed'ani dura tae woi kad'atu beennaani, waan inni tahe kana guddo mamani maadefatani.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Huji Ergattu 3:10
12 Iomraidhean Croise  

Worri lafa suni Yeso hubannaani reera suniti d'aamsa ergani nama d'ukuba qabu ch'ufaa isatiini d'ufani.


Biyyiti ch'ufti maadefate waan woliini jette, Dubbini tuni maani? Inni humnafi jabeennaani jinni seera, duuba isiini nama keesaa baate.


Duuba akasiini nami ch'ufti waan humna Waaqa arge maadefate. Ammo ato nami ch'ufti waan inni tolche maadefatu, Yesoni waan jara isatiini jed'e,


Wonti akanatiifi Abbaani ilma jaalata, waan ufi tolchu ch'ufa isa agarsiisa, ammalle huji guddo ta tana ira garsiisa, aka isani mamtani.


Yesoni waan jed'eeni, Nami kunini yokhaani worri isaa daba intolchine; ammo aka hujiini Waaqa isa keesa mullattuufi inni ballaa d'alate.


Ollafi nami duri isa wo kad'atu arge waan jed'e, Namichi kunini ka duri tae wo kad'atu kaaniiniti?


Worri ch'ufti guddo mame, mid'aafachu dad'abani waan woliini jed'ani, Wonti kunini maani?


Nami ch'ufti guddo maadefate waan jed'ani, Me ilaala, worri dubbatu kunini ch'ufti worra Galilayatiyu?


Nama toko ka haguma d'alate miili naafateeti jira. Guyya ch'ufa isa fuud'ani, fulla balbala Mana Waaqa ta mid'aadu jed'ani kayani, aka inni nama Mana Waaqa seenu hori kad'atu.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan