Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Huji Ergattu 28:6 - KITAABA WAAQA

6 Worri waan harki isaa itae yokhaani inni maro tokotu lafa d'ae duu sehe. Ammo worri guddo eege, aka inni woma intahiini arginaani heregi worraa garagale, Inni Waaqa jed'ani.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Huji Ergattu 28:6
6 Iomraidhean Croise  

Gumiini Yeso dura yaatufi ta duuba yaatu iyite waan jette, Ilmi Daudi ha guddifamu. Ka maqa Aabbootiini d'ufu ha eebifamu! Waaqa ha faarsani jed'ani!


Pilatoni waan jed'eeni, Yeso ka Kristo jed'ani maani tolcha re? Iyani, Mukhati fannisi jed'ani.


Gumiini lalabde waan jette, Qonqooni tuni ta Waaqati, ta namatiiniti.


D'awatu suni, oobru nama gudda lafa suniti jira, ka maqaani isaa Publio. Inni nu bulche haga guyya sadi nu keessuma isaa taane.


Nami ch'ufti dubbi isaa ch'aqase, diqaafi guddaleeni waan jed'e, Namichi kunini humna Waaqa ta Humna Guddo jed'aniini.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan