43 Ammo guddaani askarti maro Paulo baasu fed'eefi worra d'owe. Inni worra bisaani daakhu beekhuni qara hobolo keesaa jigaa lafa godduti baha jed'e,
Nami waan AABBO Waaqa gammachiisa ch'alla tolchu nyaapa isaale wold'aqani nagayaani woliini taani.
Moromaani aka taka inargiini d'umnaani guddaani askarti waan worri Paulo qabe gargari tarsaasu sehe. Tanaafi askarti iti erge, aka isiini gadi buute harka isaani keesa irreeni isa fuute mana ufiti isa galchitu.
Fardoole Pauloni yaabatule kurfeesaafi, nagayaani harka jaallaba Felikiti kenna.
Ammo guddaani askarti waan Pauloni jed'eeni dide, waan gudda hobolotiifi abbaani hobolo jed'eeni gula deeme.
Boriyya nu Sidoni d'umne. Yulioni Paulo qarqaare, aka inni gara jaalaani isaa deeme waan fed'u barbaadatu ee jed'e.
Pauloni waan gudda askartitiifi askartiini jed'e, Yo worri kunini hobolo keesa tae male, isani bahu indandeetani.
Askartiini nama hid'aansa keesa jiru fit'u feete, aka worri bisaani daakhatte imbaqanne.
Rumiini maro sadi uleeni na d'aante, maro toko d'akhaani na d'oosani; maro sadi hobolooni naani ch'ach'abde, gaafa toko guyya tokofi halkani toko bisaani keesa bule.