Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Huji Ergattu 25:3 - KITAABA WAAQA

3 aka inni worra qarqaare haga Yerusalemu nama erge Paulo fuud'u. Wonti akanatiifi Yahudiini qara aka kara keesati isa eegani ijeesani mariatte.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Huji Ergattu 25:3
16 Iomraidhean Croise  

Aka ch'ubbicha malate mana nama d'ugaa ch'abse saamatu intahini.


Jennaani biyyiti waan jette, Koota, mala d'awanna aka Yeremia balleesinu! Nu qaalole nu barsiiftufi jaarole qaqaro mala nu d'ooftufi raagoota dubbi Waaqa nu faddu lafa teenna keesa haguma jirule ind'amnu. Koota, dubbi isaa dinne isa himanna.


Jennaani jari hojattu kaani gara hayyu d'aqe waan jed'e, Namicha kana ijeesu malani, dubbini isaa tunini askarti dira keesati haftele garaa laafifti, ammalle nama d'ibi ka dira keesati hafele, akasuma garaa laafifti. Inni diqole nama qarqaaruti injiru, ammo balleesuu jira.


Waan kana maro naafi Abba imbeenneefi isani tolchani.


tatabe isa iraa fud'ate, ta gara maneeni Waaqa iti kad'atani dira Damaskiti t'aafani, aka yo nama Kara Aabbo gula yau achiti arge, d'iirafi nad'eenile, hid'e Yerusalemu geesu.


Ammo Sauloni, aka worri isa eegu jiru, quba qaba. Kara dira halkani guyya eegani, aka isa ijeesani.


Yo akasi, Koota, hameenna tolchina, aka d'ugaani mullattu maafi injenne? Nami gari ya waan kana jed'e dubbi d'aratiini na himate! Worra suni aka wollaala iti muru malani inuma iti murani.


Imaltu tiyya heddu keesati ya lubbu arge, maro bisaanitifi hattule; gosa tiyya ta Yahuditiifi gochiti d'ibileeni ya lubbu na nat'e; diraafi raasafi Galaanafi jaallani d'ara biraleeti ya lubbu arge.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan