Huji Ergattu 22:3 - KITAABA WAAQA3 Anini Yahudi, dira Tarso keesati d'alad'e, ka Kilikia keesa jiru, ammo anini dira kana keesa Gamalieli jalati guddad'e. Aada Seera ababoota teenna ch'ufa akuma d'ugaa na barsiisani kara Waaqaa owise iti jabaad'e, akuma isani guyya kana tolchuuti jirtani kana. Faic an caibideil |