Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Huji Ergattu 22:19 - KITAABA WAAQA

19 Anini waan jed'eeni, Aabbo, worri aka anini maneeni Waaqa iti kad'atani ch'ufa keesati nama si d'ugefate hid'e d'aane imbeekha.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Huji Ergattu 22:19
5 Iomraidhean Croise  

Nama eegad'a; isani qabani kora isani geesani; ammalle Maneeni Waaqa iti kad'atani keesati isani d'aanani.


Ammalle anini nama Kara kana gula deemu haga duisa gaargalche, d'iirafi nad'eenile hid'e, mana hid'aansa keesa naqe.


Ammo Sauloni gumi Waaqa guddo gaargalche, mana ch'ufa seene, d'iirafi nad'eenile hid'aansati guure.


Ammo Sauloni ammalle jara Aabbo rifachiise, aka gaargalchu herege. Inni gara Qaallicha Gudda d'aqe,


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan