Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Huji Ergattu 19:2 - KITAABA WAAQA

2 inni waan worraani jed'e, Isani gaafa d'ugefattani Lubbu Qulqullo argattani? Worri waan jed'eeni, Hiyyo, aka Lubbuuni Qulqullooni jirtule imbeennu.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Huji Ergattu 19:2
12 Iomraidhean Croise  

Dubbi tana Yesoni waan Lubbu jed'e, ta worri isa d'ugefatu argatu. Gaafasi Waaqi Lubbu ufi nama inkennine, wonti akanatiifi Yesoni qara guddinna ufi inarganne.


Ato Petroni ammalle dubbi tana dubbatu, Lubbuuni Qulqullooni worra dubbi tana d'agaye ch'ufa ira bute.


Worri waan kana d'ageennaani maqa Aabbo Yesotiini batifame.


Waaqi waan jed'u, Guyya muumme anini akana tolcha: Anini Lubbu tiyya nama ch'ufa ira buusa; ilmaani teesani ta d'iiratifi ta uwaleeni imfaddi, kaimi keesani daayya arga, jaaroleeni teesanileeni oobju oobjatti.


Wonti akanatiifi anini guddo isani argu fed'a, aka kenna Lubbu ta isani jabeesitu isanii kennu.


Aka nafi keesani mana Lubbu Qulqullo, ta Waaqi isanii kenne, ta isani keesa teetu imbeetani? Nafi keesani keesaniiniti, ammo ka Waaqaati;


Hojja Waaqi Lubbu ufi isanii kenne waan mama jiddu teesaniti tolchu, inni maro isani Seera guuttaniifi waan kana tolcha mo waan isani Odu Dansa d'ageetani d'ugefattaniifi tolcha?


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan