Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Huji Ergattu 12:14 - KITAABA WAAQA

14 Qonqo Petro d'ageennaani, gammadafi balbala banu dad'abde, utaalte, aka Petroni balbala dura eju himte.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Huji Ergattu 12:14
3 Iomraidhean Croise  

Worri lafa suni Yeso hubannaani reera suniti d'aamsa ergani nama d'ukuba qabu ch'ufaa isatiini d'ufani.


Jennaani hurrisani kaani, awaala kaani biraa yaani, guddo sodaatani, ammo gammada qabani, utaalani jara Yesoti himani.


Duuba mamani gammadani akanaani d'ugefachu dad'abani, tanaafi inni waan jed'eeni, waan nyaatani arma qabdu.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan