Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Huji Ergattu 10:45 - KITAABA WAAQA

45 Worri Yahudi ka d'ugefate ka Petro woliini d'ufe, waan Waaqi Lubbu ufi Qulqullo gosa d'ibile ira buusefi guddo mame.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Huji Ergattu 10:45
12 Iomraidhean Croise  

Jennaani Petroni, Olduuda jed'e worra bulche. Boriyya Petroni worra woliini kae deeme, oboleyaani gari ta Yafa isa woliini yaate.


Tanaafi Petroni Yerusalemuti d'iaannaani worri aada qabanqaba jabeesu isa goyeese waan jed'eeni,


Atini ya worra qabanqaba inqabatini woliini nyaatte d'udde.


Ya harka mirgicha Waaqati olfuud'ani, inni Lubbu Qulqullo isa ira argate, akuma Abbaani kakhate; wonti isani amma argitani d'ageettani kunini qarqaarsa inni nuu kenne.


Petroni waan jed'eeni, Daba iraa deebia, isaniini ch'ufti maqa Yeso Kristotiini batifama, aka daba keesani isanii araaramani; duuba qarqaarsa Waaqa ka Lubbu Qulqullo argattani.


Abdiini tunini nu inch'eersitu, waan Waaqi jaalala ufi Lubbu Qulqullooni garaa keenna keesa dambalaaseefi. Lubbuuni Qulqullooni suni qarqaarsa Waaqi nuu kenne.


D'uguma, d'alooti keenna Yahudi, gosa d'ibi ta dabdeeniti.


Isani worri d'aloota gula gosa d'ibi, ka Yahudiini worra qabanqaba inqabanne jettuuni, ammo ufiini, Nu worra qabate jed'u (ta waan nami nafa ufi tolchu), waan duri keesa jirtani qaabad'a.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan