Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Huji Ergattu 10:44 - KITAABA WAAQA

44 Ato Petroni ammalle dubbi tana dubbatu, Lubbuuni Qulqullooni worra dubbi tana d'agaye ch'ufa ira bute.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Huji Ergattu 10:44
7 Iomraidhean Croise  

Eentu dandae bisaaniini worra kana batifamu d'owa, eegi worri akuma keenna Lubbu Qulqullo argate?


Akuma anini dubbi tiyya iti keyad'eeni, Lubbuuni Qulqullooni worra ira buute, akuma duri nura buute.


Ammalle Waaqi ka garaa nama beekhu d'ugefacha worra arginaani Lubbu Qulqullo worraa kenne, akuma nuu kenne.


Pauloni harka worra ira keyanaani, Lubbuuni Qulqullooni worra ira buute afaani d'ibi dubbatani dubbi Waaqa hasani.


Eegi Waaqa kad'atani, fullaani worri iti kad'atu chochoote, worri ch'ufti Lubbu Qulqullooni guutame, soda male dubbi Waaqa dubbatani.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan