Hosea 10:11 - KITAABA WAAQA11 Israeliini qara aka goromi lenjisani, ta kurfeesani mid'aaniini d'aanani, jirti. Anini qaach'era isii mid'aaga qaampara ira kaye, huji jabdu hojachiisa. Anini Yuda maarasha iti kenne hojachiise, Israelile kokoomicha biyye bulleesisa. Faic an caibideil |
AABBO Waaqi waan jed'u, Worra Sioni kaa, nyaapa keesani aka mid'aani d'aanani d'aana! Anini aka korma looni ka gaafa sibiila guraachatiifi qeench'a sibiila diima qabu isani tolcha. Isani gosa heddu d'aantani ch'ach'arasitani, ammalle hori worri kara dabatini argate iraa fuutani ana, abba lafa ch'ufaati baaftani.