Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Filipi 3:4 - KITAABA WAAQA

4 Yo fed'e anini sila dandae waan akana d'ugefad'a. Yo nami tokoleeni aada namaa ta nafa d'ugefate, ka nara d'ugefatu injiru.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Filipi 3:4
4 Iomraidhean Croise  

Tanaafi waan d'ageetani ch'ufa keesa ufi eegad'a. Wonti akanatiifi, nama wo qabu hagasi ira iti daraniifi, ammo ka woma inqamne diqo inni qabule iraa fuud'ani.


Nu armaa achi aada nama gula nama tokole inqorru. Yo duri aada nama gula Kristo qorrele, armaa achi intolchinu.


D'uguma, d'alooti keenna Yahudi, gosa d'ibi ta dabdeeniti.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan