Filipi 3:19 - KITAABA WAAQA19 Eegeeni worra badi, Waaqi worra d'araa garaa worraati, fulla sila ch'eeru malani ufi saadani, waan lafa tana ch'alla heregani. Faic an caibideil |
Nu waan, intolchina jenne kaani ch'ufa intolchina. Nu hit'aana waaqoota teenna hayyiti gubbati aarsine, daad'ile d'ibaayu baamnaafi, akuma nuufi ababoota teennafi hayyoota teennafi jaaroleeni teenna duri dira Yudatifi kara Yerusalemu keesati tolchine. Gaafasi nu guddo sagale qamna, horile guddo qamna, gaargali injiru.