Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Filipi 3:16 - KITAABA WAAQA

16 Akuma taatefu, d'uga nu qara arganne gula nu yaasa.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Filipi 3:16
14 Iomraidhean Croise  

Nama ch'ufaani wold'aqa. Ufi inguddisiina, ammo huji isani diqeesitule hojad'a. Qaro ufi insehiina.


Waaqi, ka obsafi jabeenna namaa kennu, isani wold'ageesise akheekha Kristo Yeso gula isani yaasina,


Isani qara waan dansa tolchitani! Eentu d'ugaa guutu isani d'owe? Inni akamiini isani sobate?


Worri aada tana gula yau, nagayafi naasuuni ha worra woliini teetu, worraafi gumi Waaqa ch'ufale!


Wonti jabduuni, adabi keesani aka Oduuni Dansaani ta Kristo jettu ha jiraatu, aka ato anini d'ufe isani argu d'ibaad'ele, aka isani garaa tokooni jabaattani ejaanjattani yaada toko ch'allaani woliini haatani d'agayu, maro d'ugefacha odu dansaatiifi.


Herega takafi jaalala takafi lubbu takafi qalbi takaani na gammachiisa duuba.


Euodiafi Sintike oboleyaani tiyya ta uwa anini isani kad'ad'a, Aabbo keesa wold'aqa.


Waan isani Kristo Yeso Aabbo keesani tolfattaniifi, isa keesa taa.


Hojja ch'ufa kad'ad'a, indad'abiina, ilaafiina, Waaqaa galata deebisa.


Barsiisa ati qara d'ageete fud'atte qaabad'u; jabeesi, daba iraa deebii. Yo atini kau didde, anini aka hattu siti d'ufa, atini hojja anini d'ufule imbeetu.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan