Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Filipi 2:4 - KITAABA WAAQA

4 Waan nami d'ibiini fed'u barbaada, waan keesani ch'alla imbarbaadiina.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Filipi 2:4
15 Iomraidhean Croise  

Mordekaiini mala worra d'agaye hayyititi hime, isiini waan Mordekaiini jed'eeni hayyichati himte.


Musani waan jed'eeni, Ka oboleyaani teesani taani duula yaatu asi hafu feetani?


Ammo nama ijoolle didiqo akana tana wollaalchise, ira dansa yo sila d'akha daakhu morma isati hid'ani, d'immu galaana keesa buusani.


Worra gammadu woliini gammada, worra bohu woliini boha.


Nu worri d'ugefacha jabdu qabu laafinna worra lalaafa obsine ulfinna isaanii baachu malle. Ufi ch'alla gammachiisu himmalle.


Nami tokoleeni waan ufi ch'alla yaalu himmalle, ammo waan nama d'ibile yaalu male.


Yo nami toko laafe, anileeni ya laafe; yo nami toko daba keesa buu, anini ilaalefad'a.


Nu nama tokole ka wollaala huji teenna argu imfeenu, tanaafi gufu daandi nama tokole keesa kayu imfeenu.


Nami kaani ch'ufti waan ufi ch'alla herega, nami waan Yeso Kristo heregu injiru.


Yo seera hayyu suni, ka t'aafi qulqullo keesati t'aafani guuttani, ka, nama ch'ufa aka ufi jaalattu jaalad'u jed'u, ya waan dansa tolchitani.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan