Filipi 1:7 - KITAABA WAAQA7 Isani hojja ch'ufa qalbi tiyya keesa jirtani! Tanaafi anini hojja ch'ufa waan keesani akasi heregu male. Isaniini ch'ufti ya eeba Waaqi naa kenne tana qoodattani, ana ka amma hid'aansa keesa jiruufi gaafa anini duri diida jirule, aka Odu Dansa suniifi dubbad'e isi jabeesu. Faic an caibideil |