8 Maro waan kanatifi anini sila, aka oboleesa kanke Kristo keesa, garaa jabaad'e, Waan tolchu malani tolchi siini jed'a.
Anini diqo haganale inch'eerfad'u, ato jabeenna Aabbooni nuu kenne kanaafi diqo ufi guddisele — jabeenna isani ijaaru male, ka isani balleesuniti.
Yo ch'eerale taate: nu waan akasi tolchu sodaanne! Ammo yo nami ufi guddisu dandae — aka daalle dubbad'a beekha — anileeni ufi guddisu indandaa.
Maro abdi tana qamnuufi nu guddo garaa jabaanna.
Dubbi t'uritiifi ta daallumatiifi ta imfakaanne jechu himmalle. Ammo waan ch'ufa keesati sila Waaqaa galata deebisu maltani.
Isaniyu imbeetani, aka Filipi keesati nu d'aanani nu arabsani, ato fulla teesani Thesalonike ind'ufiini. Ammo Waaqi keenna jabeenna nuu kenne, aka Odu Dansa ta gara isaati d'ufte isaniti hasau insodaanne, ato nami hedduuni didele.
Nu nama nu faarsu, isanifi nama d'ibile imbarbaanne,