Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Faaru 127:3 - KITAABA WAAQA

3 Ijoolleeni waan AABBO Waaqi namaa kennu; isiini eeba d'ugaa ta isa iraa argatani.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Faaru 127:3
22 Iomraidhean Croise  

eebiseefi waan jed'eeni, Ilmaani hora, lafa guuta fida, ammalle qurt'umi baariinitifi waan gubbaa barisatiifi waan lubbu qaba ka deemu ch'ufa mohad'a.


Worri Rebeka eebise waan jed'e: Oboleeti, hori buli, daraari, ilmaani heddu muumme inqamne d'ali! Ilmaani tante ha nyaapa ufii d'absattuuti!


Esauuni ufi d'aatu millate nad'eenifi ijoolle arge, Worri isani woliini jirtani kunini ka eenu jed'eeni? Yakobooni waan jed'eeni, Aabbo, ijoolleeni tunini ta Waaqi eebaani naa kenne.


Duuba Adamuuni Hawai niiti tolfate, isiini garaachoofte Kaini d'alte waan jette, Qarqaarsa AABBO Waaqatini ya ilma argad'e.


waan naani jed'e, Anini si daraarse ilmaani tante heddu taati; lafa tanale sifi ilmaani teetii kenna, haga jiru jireennale teesani taati.


ka iti aanu Ithreamu, haati isaa Egla. Ilmaani tunini ch'ufti Daudii Hebroniti d'alate.


Inni ilmaani heddu naa kenne, ilmaani suni keesale Solomoni fohate, aka inni barch'uma hayyuma ka Israeli gubbaa tae lafa AABBO Waaqa mohatu.


Ilmaani Ulamu worra woraana jajaba guddo t'iyaani wohad'u beekhu. Inni ilmaanifi akhakhowani d'ibbafi shantama qaba. Nami armati t'aafani kunini ch'ufti nama gosa Benjaminiti.


Inni ilmaani d'iira torbafi dubra sadi qaba;


Worri t'iyaani kaima fit'e, ijoollele ch'ufaa nahu dida.


Anaafi ilmaani AABBO Waaqi naa kenne kunooti. AABBO Waaqi guddaani, ka gaara Sioni gubba tau, yayu nu erge, aka nu akheekhafi beesisa worra Israeliti taanu.


AABBO Waaqi isani horsiise, isani daraarse, ilmaani heddu, isanii kenne, loonifi mid'aani heddu lafa inni ababoota teesaniti kakhateti isanii kenna.


AABBO Waaqi isani eebise, nama taanaani mid'aani oobru taanaani, loonifi ree taanaani isanii horsiisa.


Inni ilma d'iira sodomafi dubra sodoma d'ale. Dubra isaa suni nama balbala gosa d'ibiiti gurgure, dubra sodoma d'ibi balbala gosa d'ibi keesa ilmaani isaa ta d'iira fuusise. Inni ganna torba jaallaba Israeli tahe,


Anini aka ilma argad'u AABBO Waaqa kad'ad'e jennaani inni gurba kana naa kenne.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan