Danieli 9:6 - KITAABA WAAQA6 Nu raagoota hojattu tanteeti, ta maqa kanketini hayyootafi jaaroleefi ababootafi gosa teenna ch'ufa gorsite, ch'aqasu dinne. Faic an caibideil |
Ee Waaqa, Waaqa keenna, guddinni kanke waan akami! Jabeenni kanke akami nama naasise nama mudamsiisa! Atini kara d'ugaatini kakhu duri nu kakhate ch'ufa guuta. Haguma duri bara hayyooti Ashuru nu dabsite haga arrale, nu akasuma gaargala qamna! Hayyootafi jaaroleefi qaaloleefi raagootafi ababootafi gumiini teennaleeni ch'ufti la guddo gaargalte; gaargala keenna gudda suni qaabad'i!