Ganna sadeeso ka hayyuma isaa keesa inni jila guddo tolche, jaallabafi makala ufi ch'ufa wolti yaame. Askartiini ta lafa Ajemitiifi ta lafa Medileeni alati inhamne, ammalle worri gugurdaani ka isa jala hojatuleeni ch'ufti d'ufe.
Ato Yoshuani d'aatu Yeriko jiru, inni olmillate, nama toko ka goraade harka qabu arge, kae gara isaa d'aqe waan jed'eeni, Atini nama keenna mo nyaapa keenna?