Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Danieli 8:12 - KITAABA WAAQA

12 Nami achiti ch'ubbu tolche, sorio guyya ch'ufa gube baasu lakise, d'uga Waaqa lafa buusani. Gaafi sunini waan tolche ch'ufa dabsate.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Danieli 8:12
14 Iomraidhean Croise  

Ammo shiftaafi nami Waaqa imbeenne nagayaani taa, ato Waaqi worraa irre worraa taatele.


D'ugaani tante haga hegeri teeti, Seeri kankeleeni ka d'ugaati.


Hojja ch'ufa d'uga na dubbachiisi, waan anini hojja ch'ufa jecha kanke abdad'uufi.


Worri waan AABBO Waaqi tolcheefi yokhaani waan inni uume odu inkaasu, tanaafi inni worra balleesa deebiele iyyaalu.


Akanaani qajeelumti badde d'ugaani fagaatte. D'ugaani gugufatte balchoomi fulla seenu d'abe.


Ee AABBO Waaqa, yo anini si quufa d'abe si himad'ele, d'ugaani teetuma. Ammo taatule, aka d'ugaani jirtu si gaafachu fed'a. Ch'ubbichi maafi wo horata? Nami hamaani maafi wo argata?


Hayyichi lafa mirgaa ka wold'aqisa Waaqa qulqullo balleesu fed'u, waan boojie ch'ufaani galata. Inni waan fed'u tolche, duuba lafa ufiti deebia.


Ato anini tae ilaau, gaafi suni gumi Waaqa qulqullo taani had'e dabsate.


Anini elemo kaani, ka gaafa isaatini mirgaafi bitaafi ila adu had'u arge. Bineensi tokoleeni ka isa ufira d'owe yokhaani duraa bahu injiru. Inni waan fed'u tahe ufi d'aada.


Aka inni jara Waaqa had'e dabsatu ee jed'ani, ammalle jabeenna inni gosafi afaanifi lafa ch'ufaani dabsatu kennaniifi.


Daudini aka Sauloni had'iisa iti malatu d'agaye jennaani waan qaallicha Abiatharini jed'e, Woya aka korbo hid'atani taanini kooti.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan