Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Danieli 7:9 - KITAABA WAAQA

9 Ato anini tae ilaalu, barch'uma hayyu ka d'ad'aabani arge. Jennaani namichi toko ka haga jiru jireenna jiru d'ufe, barch'uma suni toko ira tae. Woyaani isaa adi ch'aama, rifeensi isaaleeni woya boofta adi fakaata. Barch'uma isaa ibidati iraa bobaa, ammalle miili barch'uma suni ch'ufti ibida,

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Danieli 7:9
34 Iomraidhean Croise  

Ammalle Mikayaani waan jed'e, Amma waan AABBO Waaqi jed'u ch'aqasi! Anini AABBO Waaqa ka barch'uma ufi ira tau gubbati arge, ka malaikaani isa mirgaafi bita isaa enjaanjitu.


Ammalle Mikayaani waan jed'e, Amma waan AABBO Waaqi jed'e ch'aqasi! Anini AABBO Waaqa, ka barch'uma ufi ira tau, gubbati arge, ka malaikaani isaa mirgaafi bita isaa ejaanjitu.


mana hayyu ka ilka arbaatini barreesani keesati kiraari d'aani si faarsani.


Ato gaareenifi lafale inuumiini, atini Waaquma, ammalle haga jiru jireennale Waaqa.


Ee AABBO Waaqa, barch'umaani kanke haga duri d'aabani taka inchochone. Atinileeni haguma duriti kanuma, inuma jirta.


Ganna hayyu Uziani due, anini AABBO Waaqa, ka guddinna ufiitini barch'uma gubba tae, woyaani isaa dudda duubaani d'eeratte Mana Waaqa ch'ufa guuttu, arge.


Daimi ya nuu d'alate! Ilma ya nuu kennani! Isati hayyu keenna taha. Maqaani isaani yaamani: Abba mala dansaa, Waaqa Guddaya, Abba jiru jireenna, Hayyu Nagaya.


Anini hayyufi jaarole worraale balleese, barch'uma kiyya ka hayyuma achi d'aaba.


Waan aka gasare suni gubbaa waan barch'uma hayyuma, ka d'akha bule ch'uluqaani mid'aasaniti jira. Ammalle barch'uma suni ira waan nama fakaatati taa.


Daayya suni keesa anini waan nama fakaata arge. Inni, ka dumansa keesa deemu, nati gadi d'ufe, namicha haga jiru jireenna jiru kaaniti qajeele, jennaani isa duraani d'ufani.


Jennaani namichi haga jiru jireenna jiru kaani d'ufe, gumi qulqullo Waaqa guddati d'uga galche. Inni gumi suni jabeenna worri lafaani fidu kenneefi.


AABBO Waaqi waan jed'u, Bethlehemu Efrata, atini dira gosa Yuda ch'ufa keesa dira diqa, ammo si keesaa anini nama Israeli fidu, ka d'alooti isaa uumama duri iraa bahe, tolcha.


AABBO Waaqa, atini Waaqa jiru, haguma duriti atini Waaqa kiyya, qulqullo, ka jiru jireenna. Ee AABBO, Waaqa kiyyafi jabeenna kiyya, atini gosa Kaldayo fohatte jabeesite, aka worri nu gaargalchu.


Worra durati jijirame, fuuli isaa aka adu ifse, woyaani isaa aka ifsa adaatte.


Fuuli isii aka angaasu ifse, woyaani isii aka ch'aama adaatte.


Fuula worra durati bifti isaa jijiramte, woyaani isaa bibilit'e, adi ch'aama taate, aka nami dandae miich'e inadeesine.


Inni raaga, waan Waaqi isati kakhate imbeekha: Waaqi isati kakhate aka d'aloota isaa keesa nama toko aka isaa hayyu tolchu.


Ya harka mirgicha Waaqati olfuud'ani, inni Lubbu Qulqullo isa ira argate, akuma Abbaani kakhate; wonti isani amma argitani d'ageettani kunini qarqaarsa inni nuu kenne.


isaani takaa tahu. Anini ammatana d'uga nami Seera guutu argatu tokole inqabu. Anini amma d'uga ta d'ugefacha Yeso Kristotiini argatani qaba, d'uga Waaqa biraa d'uftu, ta d'ugefachaani argatani.


Nami indoone isa ch'alla; inni ifsa nami iti d'ufu indandeenne keesa taa. Nami tokoleeni taka isa ingarre, tokoleeni dandae isa inargu. Ulfinnafi jabeenni ka isaa tahinna, haga hegeri! Amini.


D'aamsi nu Ilma isaa ira d'ageenne isaniti himnu kana: Waaqi ifsa, isa keesa dukanti tokoleeni injirtu.


Rifeensi mata isaa akuma boofta adaate, adi aka haama, ilti isaleeni aka ibida bobeete;


Koota, fooni hayyootatiifi ka abbooti duulatiifi ka askartitiifi ka fardatiifi ka nama farda yaabatutiifi fooni nama ch'ufa, tisseefi balchale, diqaafi guddale nyaad'a jette.


Jennaani anini barch'uma guddinnatiifi worra ira tatau arge. Jabeenna worri woiini qoru kennaniifi. Ammalle anini lubbu nama, maro worri d'uga Yesoni mulliseefi dubbi Waaqa odeese ijeesani arge. Worri bineensa inguddimne yokhaani akheekha isale, yokhaani beesisa isaa harkafi adda ira inqabu. Worri aka hayyoota tahe, Kristo woliini ganna kunki toko lafa fide.


Maro tokotu Lubbuuni Waaqa na seente, olmillannaani barch'uma guddinna toko ka nami ira tau gubbati arge.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan