Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Danieli 7:3 - KITAABA WAAQA

3 Jennaani bineensi afuri, ka gosa gosa, Baariini suni keesaa gadi yae.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Danieli 7:3
9 Iomraidhean Croise  

Ee Waaqa, atini akami guddinna qabda! Hojja atini nyaapa kanke dabsatte gaareeni ira gabuutu atini akami mid'aada!


waan jed'e, Bineensi gugurdaani afrani kunini hayyoota afuri ta takaa tana d'ufte lafa mohatu garsiisa.


Jennaani anini bineensa toko ka galaana keesaa bahu arge. Gaafa kud'anifi mata torba qaba, gaafa ch'ufa ira sure hayyumati jira, mata ch'ufa irati maqa hamama t'aafani.


Bineensi atini argate suni duri injira, ammo amma injiru; diquma boola keesaa imbahiini, aka balleesani. Nami lafa keesa jiru, ka maqa worraa, ato lafti inuumamiini, kitaaba jireenna keesati int'aafiini, yo bineensa suni ilaalani imaadefatani. Wonti akanatiifi inni duri injira ammo amma injiru, hegeri imullata.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan