Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Danieli 7:12 - KITAABA WAAQA

12 Bineensa hafe kaani sadeeni jabeenna isaani iraa fuud'ani lubbu isaani haga bulti gabaabdu lakisani.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Danieli 7:12
4 Iomraidhean Croise  

Ato anini tae ilaalu, gaafa diqa kaani, ka tae kiyyibe ufi saadu, d'agaye. Jennaani ato anini tae ilaalu bineensa afreeso kaani ijeesani reefa isaa ibida keesa buusani gubani.


Daayya suni keesa anini waan nama fakaata arge. Inni, ka dumansa keesa deemu, nati gadi d'ufe, namicha haga jiru jireenna jiru kaaniti qajeele, jennaani isa duraani d'ufani.


Anini aka inni elemo suni dallansuuni had'e, gaafa isaa lachu ch'abse, arge. Elemoni irre isaani ufira d'owu d'abe, durati lafa d'ae, inni ira ejaanjate, nami isa baasu injiru.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan