Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Danieli 6:9 - KITAABA WAAQA

9 Duuba hayyu Darioni seera suni baase beesisa ira kaye.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Danieli 6:9
6 Iomraidhean Croise  

Ee hayyicha, yo sii taate, aka Vashtiini deebite si dura inejinne seera kanke baasi. Ammalle seera kana ha aada lafa Ajemitiifi ta Medi keesati t'aafani, aka deebiani garingalchine. Duuba fulla isii niiti d'ibi ta isi ira ch'eeraafi foko qabdu hayyiti tolchi.


Fulla hayyuufi qaallu ira ufi kayani ira hojja AABBO Waaqa d'ugeefatani ira jirti.


Hayyoota lafa inabdatini, nami si baasu tokoleeni injiru.


Atini takaa jechuma keetiini si qabani, afaanuma keetiini t'urura keesa buute?


Nami hafuuruma, maani keesa jira? Tanaafi maani ira gula yaatani isa d'ugeefatani?


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan