Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Danieli 6:25 - KITAABA WAAQA

25 Jennaani hayyu Darioni tatabe nama gosafi d'alootafi afaani afaani dubbatu ch'ufa, ka lafa ch'ufa keesa jiruti t'aafe waan jed'e, Nageenni isani bad'aad'a?

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Danieli 6:25
14 Iomraidhean Croise  

Hayyichi qonqo tana worraa deebise waan jed'e. Namicha tatabe t'aafu ka Shimshai j ed'ani wahela worra, ka dira Samariatifi ka lafa Efraimu ila adu tau, nagaya isani fuud'a.


Jennaani guyya kud'ani sadeeso, ka jia qara, Hamaniini hojattu hayyuu ta wo t'aaftu wolti yaame, dubbi sila nama ch'ufati himani iti haasae. Dubbi tana t'aafifi afaani gosa gosaa, ta gochiti lafa hayyuuni fidu keesa jirtu dubbatuuni t'aafani, worra gugurda ch'ufa ka hayyu jala hojattuti ergani. Ammalle maqa hayyu Ahasuerotiini ergani, beesisa qube isaa ira kayani.


Duuba Hamani mukha inni ufiftu qara Mordekai jed'e mid'aase kaani irati fannisani. jennaani hayyichi dallansu galfate.


Wonti kunini guyya diddami sadeeso, ka jia sadeeso, ka Siwani jed'ani, taate. Guyya suni Mordekaiini worra tatabe hayyu t'aafu wolti yaame, tatabe t'aafsise gara Yahuditiifi hojattu ch'ufa, ta hayyu jala hojattu, ta lafa hayyuuni fidu d'ibbafi diddami torba, ta haga lafa Hinditi ejite lafa Kushiti geetuti erge. Tatabe suni t'aafi aka akatiifi afaani gosa gosatiini t'aafani, arda ch'ufati ergani, ammalle afaanifi t'aafi Yahuditileeni t'aafani ergani.


Inni booluma nama d'ibi qote ufii keesa bua.


AABBO Waaqi yayu d'uga gula dubbi qore akasiini ufi mullise. Ch'ubbichileeni ya hujuma ufiitini t'urura keesa ufi buuse.


Nama qajeela gaargala keesaa baasani, ammo ch'ubbicha gaargala suniti qabata.


nami magalata d'au lalabe, biyya yaame waan jed'e, gumi gosa gosa, ta d'aloota d'aloota, ta afaani afaani dubbatu!


Hayyu Nebukadrezani qonqo tana nama gosa ch'ufatiifi ka d'aloota ch'ufatiifi ka afaani afaani dubbatu, ka lafa keesa jiru ch'ufa iti erge bultiini isani nagaya? Nageenni isani bad'aad'a? jed'e nagaya fuud'e.


Waan sila inni nama kaani tolchu fed'e ha isa tolchaniti. Akanaani waan hamtu akana kana ufi keesaa baaftani.


Maro fed'i Aabbo Waaqatiifi isani fohatani, aka Lubbu isaatiini gumi qulqullo taatani, Yeso Kristo ee jettani guuttani, d'iiga isatiini qulqulloftani. Eebafi nagaya guddisa argad'a.


Eebafi nagaya guddisa argad'a maro hubacha Waaqaatiifi ta Yeso Aabbo keenna.


Naasufi nagayafi jaalala guddisa argad'a!


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan