11 Nyaapi Danieli kaani aka inni Waaqa kad'atu arginaani.
Yo lafa suni keesati worri d'uguma daba ufi iraa deebie, lafa atini ababoota teenna kenniteefi dira atini fohate kanaafi Mana anini si jaare kanati fuula deefate si kad'ate,
aka nyeench'a goda keesati eegata. Inni hiyyeesa gaade, t'urura keesati qabe hirkise itiini d'aabata.
Guyya ch'ufa maro torba anini maro seera kanke ka d'ugaatifi galata sii deebisa.
Hojja anini mana kanke qulqullooti harka olqabad'u kad'acha tiyya na d'agayi, qarqaarsa anini si kad'ad'u naa kenni.
AABBO Waaqi waan gumi isaa ta Babiloni jirtuuni jed'e. Isani ya lubbu duraa baatani! Woma ineegina, amma kaa, yaa! Ato isani worra keesani ira fago jiraatanile, ana AABBO Waaqafi Yerusalemu qaabad'a.
Jennaani woli galani gara hayyu d'aqani waan jed'aniini, Ee hayyu Dario lubbu buli!