Danieli 5:19 - KITAABA WAAQA19 Waan inni akasi guddinna argatefi nami gosa gosatifi ka d'aloota d'alootatifi ka afaani afaani dubbatuleeni ch'ufti sodaate isa durati hollate. Inni nama fed'u ijeese, ka fed'u lakisa, nama fed'u guddinna kenne ka fed'u iraa fuud'a. Faic an caibideil |