Danieli 4:22 - KITAABA WAAQA22 Ee hayyicha, mukhi d'eerani jabaani suni si. Atini guddatte, guddinni kanke waaqa d'aqabe, jabeenni kankeleeni muumme lafa ch'ufaa gaha. Faic an caibideil |
Duuba raaga AABBO Waaqa tokoti jira, ka Odedi jed'ani, ka worri isaa Samaria. Inni duula Israeli ka Samariati galu jiru fuula keesa d'ufe waan jed'eeni, AABBO, Waaqi ababoota teesani, ya worra Yudati dallane worra harka keesaniti kenne, ammo amma tana inni aka isani worra qaqaltani suni layu d'agaye.