21 Duuba worra suni hid'aani hid'ani, ka worri ubaarafi hid'aafi kootifi koofia ufira qabu, ibida suni keesa buusani.
Inni Yusufu qabsise fulla hayyuuni iti nama hid'uti isa hid'e achumati lakise.
Hojja worri Yerusalemu keesaa boojiani lafa Babiloni geesani nama abaaru fed'u. Worri waan jed'u, AABBO Waaqi aka Sedekiafi Ahabu, ka hayyuuni Babiloni ibidaani gube hobaase si tolchinna!
Ammalle askarti isaa keesa nama jajaba yaame, worra kana sadeeni hid'a, ibida suni keesa buusa jed'e.
Jennaani jara gugurdafi jaarole gugurdofi makalootafi jari hayyu gugurdaani kaani ch'ufti wolti gad'ufe, jara sadeeni kaani ka ibidi gubu dad'abe dawate. Rifeensafi woyaani worraleeni tokoleeni ingubanne nafi worraleeni diqole aara ind'au.
Nama waan kana ingudisini ch'ufa hojuma suni fuud'ani goola ibida keesa buusani.
ibida balaliu keesaa gati; achiti bohani ilkaani qarani.