Danieli 3:2 - KITAABA WAAQA2 Jennaani hayyichi hojattu isaa ch'ufa wolti yaame: jara gugurda, jaarole gugurdo makaloota, jara isaa mala d'au, jara beese olkayu, jaallaboota, shumoota, jara gugurda lafa suni ch'ufa. Duuba inni, koota, akheekha woi ka anini old'aabe kana eebisu fed'a jed'e, worra ch'ufa wolti baase. Faic an caibideil |