Danieli 3:15 - KITAABA WAAQA15 Amma tana akuma qonqo magalatatiifi ta dibbetifi ta bilbilatifi ta kiraaritifi fulludoofi ta miha sirba d'ibi ch'ufa d'ageetanini gajed'a akheekha suni kad'ad'a; ammo yo kad'achu baatani, hojuma suni goola ibida keesa isani buusani. Waaqa kamiti harka kiyya keesaa dandae isani baasa? Faic an caibideil |