13 Duuba seera baasani, Jara sunifi Danielifi jaallani isale ch'ufa woliini fit'a jed'ani.
Atini jaarole gumbo nyaate, dubbi d'ara d'uga tolchite,
Isani la baddaani, worra waan d'uga intahini seera baase akasiini gumi tiyya dabse!
Jennaani Danielini gara Arioko, namicha huji fit'aansa worra qaqaro Babiloni hayyuuni iti kenne kaani d'aqe waan jed'eeni, Jara suni infit'ini; gara hayyu na geesi, anini oobju isaa iti hima.
Waan inni akasi guddinna argatefi nami gosa gosatifi ka d'aloota d'alootatifi ka afaani afaani dubbatuleeni ch'ufti sodaate isa durati hollate. Inni nama fed'u ijeese, ka fed'u lakisa, nama fed'u guddinna kenne ka fed'u iraa fuud'a.