Danieli 2:10 - KITAABA WAAQA10 Jari kaani waan jed'eeni, Ee hayyicha, nami waan akasi suni beekhe himu lafa keesa injiru. Hayyuuni guddaani irre qabuleeni takaa nama ufi ka wohimufi, falfaltufi ka ayyaana heddule waan akana kana ingaafanne. Faic an caibideil |