Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Danieli 11:9 - KITAABA WAAQA

9 hayyuuni mirga kaani d'ufe isa had'a, ammo taatule hayyu suni dabsatani lafa Isati galchani.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Danieli 11:9
6 Iomraidhean Croise  

Ilmaani hayyu lafa mirgaa duula gudda kaafte lola kurfefatti duuba duuli suni d'ufe aka lolaa worrati fach'ae, dira worraa jajaba ch'ufa had'a.


Hayyuuni lafa bitaa dallane, hayyu lafa mirgaa had'e duula isa gudda kaani dabsate.


Hayyuuni lafa bitaa jaba taha, ammo jari isaa gugurdaani nami toko isale ch'aale lafa ta isale ira guddole mohata.


Inni akheekha waaqa worraatifi miha worqifi qarsi ka waaqa sunii kennani boojie lafa Misiritiini gala. Eegi lafti ganna heddu nagaya horatte


Gaariini fardooleeni guguraatiini hirkiftu mirga qajeele, ka fardo borora ila galchu qajeele, ka fardo daamicha bita qajeele.


Ilma Hoola inhad'ani ammo Ilme Hoolatiifi jari d'uga ka isii gula yau, ka isiini fohate yaamte worra dabsata, waan isiini guddo abbooti ch'ufatiifi, hayyu hayyoota ch'ufa tatefi.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan