Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Danieli 11:41 - KITAABA WAAQA

41 Inni lafa gabbole had'e nama kuma heddule hobaasa, ammo lafti Edomutifi ta Moabutifi lafti Hamoni hagi toko duraa baati.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Danieli 11:41
9 Iomraidhean Croise  

Ammo takaa tana AABBO Waaqi finna dansa worraa deebisa. Wonti kunini ch'ufti waan AABBO Waaqi Moabuti ind'ufti jed'e.


Ammo takaa tana anini finna dansa worra Amoniti deebisa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.


Nyaapi mirgaa d'ufu kaani waan fed'u worra tolcha, nami dandae d'owu injiru. Nyaapi suni lafa gabbo d'ufe waan fed'u keesati tolcha.


Gaafa inni lafa suni ch'ufa had'u lafti Misirileeni duraa imbaatu.


Inni waaro isaa ta hayyule jiddu baariinitifi gaara Mani Waaqa iraa eju d'ad'aaba. Ammo taatule inni ka wahela inqamne qofuma dua.


Gaafa afrani suni toko iraa gaafi diqaani toko bahe; gaafa suni, irreeni isaa, bitaafi ila adutifi lafa gabboti ejiti.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan