Danieli 11:40 - KITAABA WAAQA40 Gaafa muummeeni geete hayyuuni lafa bitaa d'ufe isa had'e, hayyuuni mirgaleni fardafi gaari fardi hirkisufi hobolooni d'ufe isa ufi ira had'a. Inni akuma bisaani faach'aani, lafa fud'atani lafa heddu fud'ata. Faic an caibideil |