39 Ammalle jara waaqa d'ibi kad'atu yaame, maneeni jajabdu tana qorqorad'a jed'aani. Inni nama isaa saalfatu guddinna gudda kenne nama heddu mohachise lafale kennaafi.
Ammo waaqi inni guddisu waaqa maneeni jajabdu qorqoratu. Inni waaqa taka ababooti isaa inkad'atiini, worqifi qarsifi d'akhaye ch'uch'ulut'ufi waan dadansa d'ibile ch'ufa baasafi.
Gaafa muummeeni geete hayyuuni lafa bitaa d'ufe isa had'e, hayyuuni mirgaleni fardafi gaari fardi hirkisufi hobolooni d'ufe isa ufi ira had'a. Inni akuma bisaani faach'aani, lafa fud'atani lafa heddu fud'ata.