Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Danieli 11:20 - KITAABA WAAQA

20 Fulla isaa nama d'ibi ka hojatu ufi erge biyya dabse damoosa iraa guuruti d'ufe hayyu taa, aka akanaani lafa ufi dureeti tolchu. Bulti gabaabduti hayyu suni ijeesani, ammo taatule isa gumi keesafi had'iisa keesaleti inijeesani.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Danieli 11:20
7 Iomraidhean Croise  

Hayyu Yehoiakimuni qabeenna nama gula damoosa nama iraa guure, aka hori hayyuuni Misiri fed'u kaani qit'eesu.


yo atini aanani raafte, d'ad'a keesaa baafta. Yo atini nama funnani keesa d'ooftele inni infununa; ammalle yo atini dubbi kokhorsite nama dallansiifte, lolati d'ufa.


Anini fulla sibiila diima worqiini sii d'ufe, fulla mukhaafi sibiila guraacha qarsifi sibiila diimani sii d'ufe, fulla d'akhaa sibiila guraachani sii d'ufa. Nami si mohatu deebie si indabsu; anati d'ugaafi nagaya worri namaani mohatu worraa kenna.


Ammalle malaikaani waan jette: Fulla isaa namicha hama toko ka huji sunii immaliniti hayyu taha; ammo inni tassa d'ufe kara sobaatini guddinna suni fud'ata.


Eegi bulti diqo nami fiit'a isii toko hayyu taha. Inni askarti hayyu lafa mirga had'e, dira worra jajaba seene worra dabsata.


Tunini waan AABBO Waaqi raaga Habakuki daayyani agarsiise.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan