Danieli 11:2 - KITAABA WAAQA2 Tanaafi wonti anini amma siti himu kunini dubbi d'ugaati. Malaikaani waan jette, Hayyoota sadi d'ibiti lafa Ajemi mohata; ka afreeso ka kaani ch'ufa ira dureesa, eege d'ufa. Gaafa inni guddo wo horate gurra baafate, inni lafa Grikitiini morke nama ch'ufa iti kaasa. Faic an caibideil |