Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Danieli 11:10 - KITAABA WAAQA

10 Ilmaani hayyu lafa mirgaa duula gudda kaafte lola kurfefatti duuba duuli suni d'ufe aka lolaa worrati fach'ae, dira worraa jajaba ch'ufa had'a.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Danieli 11:10
10 Iomraidhean Croise  

Inni maneeni Moabu jajabdu girgida d'ed'eera qabdu ch'ach'abse balleese lafati jisse bulleese d'uke tolcha.


Bisaani baariini yayu Babiloni gubbati fach'aani, d'awani isaanileeni isii ira deebite mullachu d'owarte.


Nama isa didu, ato inni qaallicha Waaqa guddale teete, lafa iraa balleesani qile boola buusani.


Namuma isaa woliini golofataniti isa balleese, duula isaa nama heddu hobaasani dabsatani.


Eegi bulti diqo nami fiit'a isii toko hayyu taha. Inni askarti hayyu lafa mirga had'e, dira worra jajaba seene worra dabsata.


hayyuuni mirga kaani d'ufe isa had'a, ammo taatule hayyu suni dabsatani lafa Isati galchani.


Eegi bari sunini dabre, namicha Waaqi fohate kaani akanumati ijeesani wollaala male. Duuli hayyicha jaba toko lafa suni had'e dirafi Mana Waaqa balleesa. Duuba muummeeni akuma lolaa fach'aate, woraanafi badi Waaqi kurfeeseni d'ufti.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan