Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Danieli 11:1 - KITAABA WAAQA

1 Nami na kalche na qorqoratu isuma.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Danieli 11:1
6 Iomraidhean Croise  

Isani malaikaani jajabduni, ta seera isaa guute dubbi isaa ch'aqaftu, AABBO Waaqa faarsa.


Malaikaani nama fakaatu taani ammalle na qabannaani humniti nati deebite.


jennaani nami gosa Medi toko ka Dario jed'ani, ka ganni isaa jaatami lama hayyuma fud'ate.


Darioni nama d'ibbafi diddama, ka isa jala hojatu lafa inni fidu keesaa fohate.


Namichi gosa Medi toko, ka Dario jed'ani, ka ilma Ahasuero, lafa Babiloni mohate.


garaa worra d'ugefate jabeese aka d'ugefacha keesa taani gorse waan jed'e, Nu gaargala guddaani Finna Waaqa argachu malle.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan