Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Danieli 10:7 - KITAABA WAAQA

7 Nami daayya suni arge anuma ch'alla. Jari na woliini jiru kaani tokoleeni woma ingarre, ammo akanumati mudamani baqatani d'okhatani.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Danieli 10:7
8 Iomraidhean Croise  

Inni waan jed'e, Anini ejata kanke oobru keesati d'agaye, aka qulla deemu ufi arge, duuba sodaad'e d'okhad'e.


Biyyiti goda d'akha keesati d'okhate, yokhaani lafa keesati boola qotani aka dallansu AABBO Waaqa dura baqatani, jabeennaafi guddinna isaa duraa bahani.


Nami tokoleeni dandae fulla tokoleti na duraa ind'okhatu. Isani aka anini fulla ch'ufa lafafi gubbale jiru imbeetani?


Namicha, yo wo nyaatufi yo woi d'uddule, mudami holad'i.


Worri na woliini jiru ifsa arge male, qonqo naani dubbattu ind'ageenne.


Jari isa woliini yau akanumati ejaanje ch'allise, qonqo d'agayani male nama ingarre.


Wonti Musani arge guddo isa sodaachiifte, tanaafi inni waan jed'e, Anini sodaad'e holad'a.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan